Deuteronomy 11:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa tokooni seera anini isanii kenne ch'ufa guuta: AABBO Waaqa keesani jaalad'a, waan inni taha jed'e ch'ufa tolcha, isa biraa indeemina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii Waaqa keessan yoo jaalattan, yoo karaa isaa maraa irra deemtan, yoo isaan wolitti maxxantan, seera ani adha isin ajaju kana maraa eeddanii yoo raawwattan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajoota ani isinii kennu kana akka dansaa yoo eegattane, Mootii Waan Maraa Waaqa keessan yoo jaalattane, karaa isaa mara irra yoo deentane, isatti yoo maxxantane,