Deuteronomy 11:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni gosa taani ch'ufa isani dura gusse; isani lafa gosa isani ira guddo ta ammalle isani ira jabdu, fud'attani iti qubattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
orma kanniin maraa Rabbi afoo keessanii yaasee orma isin caalaa jabaa ta'an kanniin dhaaltan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Mara gosa biyya adda addaa tana mara isin duraa ari'ee baasee, isinille gosa biyya adda addaa ta isin caalaa bacattuu fi hunna qaddu akka isaan lafa san irraa ka'anu hin gootan.