Deuteronomy 11:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullaani miili keesani bahu ch'ufti teesani taati. Lafti teesani haguma lafa aloo ta gamooji bitaa ejite haga gaareeni Lebanoniti ejiti, ammalle galaana Frati ilaboruti ejite Baariini Gudda ila adu jiruti ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen luka keessaniin ijjattan maruu teessan taati; lafa gammoojji'iitii haga galaana guddaa Efraaxisii, libaanosii haga daangaa galaana dhiyaa keessan ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen miilli keessan ijjatu marti teessan hin teeti: Meessaan lafa teessanii goomolee irraa ka'ee haga Libaanoniititti, akkasuma laga Efraaxiisii irraa ka'ee haga abbaayaa Mediteraaniya'aatitti hin badhata.