Deuteronomy 11:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa suni keesa fulla isani baatani ch'ufa AABBO Waaqi keesani biyya ch'ufa isani sodaachisa, akuma inni kakhate, nami tokoleeni dandae isani dura ineju.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee isin afoo dhaabachuu hin danda'u; akkuma Rabbi Waandhi keessan isinitti hime sodaachisuun keessanii fi naasisuun keessan lafuma irra ijjattan maraa irratti ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isin dura dubbatiisa dande'u hin jiru. Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan akkuma waadaa isinii galetti, addee isin dhaxxanu duudi'itti akka isin sodaatanee bararaqanu hin godha.