Deuteronomy 11:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo yo seera kana guutu diddani iraa gortani, waaqa d'ibi ka taka inkad'atiini kad'attani, abaarsa argattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abaarsillee ajaja Rabbii Waaqa keessanii yoo dhagayuu diddan karaa ani adha isin ajaju kana irraa yoo gortanii fi waaqa tolfamaa biraa yoo hordoftan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajoota Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii yoo eegatuu diddane, karaa isaa ka ani adha isin ajaju kana irralle'ee yoo gortane, waaqota dhibii worra dur hin beenne yoo waaqonfattane, hin abaarantan.