Deuteronomy 11:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqi lafa isani fud'attani iti qubachu geetanini isani gahe, gaara Gerizimu irati wo eebiftani ammalle gaara Ebali irati wo abaartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo lafa Rabbi Waandhi kee akka dhaaltuuf sii kennetti galte eebba gaara Gaarizaanii, abaarsa gaara Geebaalii irratti labsita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti lafa ati itti galtee dhaaltutti yennaa si galche, gaara Geriiziimii irraa eebba, gaara Ebaalii irraa abaarsa hin lalladda.