Deuteronomy 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan mama ka inni tolche ya agartani waan inni hayyu Misiritiifi lafa isaa ch'ufa tolche ya agartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hujii isaatii fi baasa mootii biyya Misirii Fari'oonii fi biyya isaa maraa irrattuu godhe hennaa isaan isin duukaa deeman argitaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
bilbaasotaa fi waan inni biyya Gibxi'ii keessatti mooticha Gibxi'iitii fi biyya isaa duudii irratti godhe,