Deuteronomy 11:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni lamaani sunini galaana Yordani, gama suni, kara lafa gosa Kanaani ka lafa Araba keesa tau, d'aatu dira Gilgali, fulla mukha gudda woyyu ka more, gama ila adu injirtu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan biyya Kana'aanii ka galaana Yoordaanosiitiin gama worra karaa Arabaa gara baya biiftu'uutiin jiraatanii worra Gelgalaa afoo muka mooree biraati;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaroti kun Yordaanosiin gama, lafa Kana'aanota Arabaayi keessa le'anu keessa, karaa gara aduun seentu jiru, gara seensa adu'uutiin, fuullee qachaa Giilgalii, qilxaa Mooree biratti dhaggamanii motii ree?