Deuteronomy 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka AABBO Waaqi askarti Misiri ch'ufa, fardooleefi gaari fardi hirkisule Galaana Diima keesati hobaase gaafa worri isani reebe, la agartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka galaana diima'aan liqimfaman Rabbi haga adhaa akka isaan balleesse duultota worra biyya Misirii fardo'oo fi kankolaataa fardaa ka isaanii irratti waan inni godhe argitaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa isaan isin ari'iisatti jiranu, loltoota worra Gibxi'ii, fardoo isaaniitii fi garreettaa isaanii ka fardaan harkifamu waan inni godhe, attam akka inni bisaan abbaayaa Diintu'uu isaanirra garagalche, Mootiin Waan Maraa attam akka isaan balleesse, sababa saniif haga adhaa akka isaan farrane qaabadha'a.