Deuteronomy 11:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan inni lafa aloo ta gamooji taaniti ka isani arma ind'ufini, isanii tolche imbeetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga hulee kana dhuftanii waan inni lafa gammoojji'ii keessatti isinii godhe hin beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga isin as geettanutti, waan inni goomolee keessatti isinii godhe ka dhagge, ijoollee teessanii moti.