Deuteronomy 12:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini aadaafi seera, ta isani haga lafa AABBO Waaqi ababoota teesaniini isanii kennu keesa teetani, guutu maltani. Seera kana ch'aqasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerrinii fi ajanyi biyya lafa Rabbi Waandhi keessan isinii kenne ta abboota keessanii kakate bara irra jiraattan irratti eeddan kanniin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi abbootii teessanii, lafa akka qabattanu isinii kennu keessa bara leetanu mara, seerataa fi seerri isin ifi eegatiisaan muummessitanu isaan kana.