Deuteronomy 12:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanifi ilmaani teesanifi hojattu teesanifi worri Lawi ka dira keesani keesa tauleeni waan Waaqaa baasani kana AABBO Waaqa keesani ch'alla durati soorad'a fulla kad'acha ta AABBO Waaqi keesani fohate suni ch'alla keesati soorad'a. Ammalle waan tolchitani ch'ufa ira gammadu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ati, ijoollee tee ta dhiiraatii fi ta intalaa, garboonni tee ta dhiiraatii fi ta intalaa, worri Leewwi'ii ka qachoota kee keessa jiran woliin hulee Rabbi Waandhi kee filate Rabbii Waaqa kee afo'otti nyaadhaa'a; waan Rabbiin afo'otti gootu maraanuu gammadi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii filutti ati, ilmaan teetii, durra teeti, tajaajiltoota teeti ta dhiiraatii fi ta dubarti'ii, Lewwoota qachaa keeti keessa le'anu woliin Mootii Waan Maraa Waaqa keeti duratti kennansa kana nyaadhu; waan harka keetiin hujjelle'een gammadi.