Deuteronomy 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa isani fud'attani suni keesati, fulla worri lafa suni waaqa worraa iti kad'atu ch'ufa, gaara d'ed'eerafi kubile gubba taanaani, mukeeni dodoti jala taanaani, balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ormi isin dhaaltan waaqa tolfamaa isaan waaqeffatan ka gaara irraa fi muka lalisaa jala jiraatan maraa sirima balleessaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee gosi biyya adda addaa ta isin akka isaan isin duraa ka'anu gootanu, ta isaan waaqota ifii itti waaqonfatanu ta gaarota dhedheera'aa fi koobota irraa, ta muka banqaaqaa mara jalaalle ijjumaa balleessa'a.