Deuteronomy 12:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqi keesani akuma inni kakhate lafa teesani iti isanii dare ballise, fooni hojja feetani ch'ufa inyaattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma Rabbi Waandhi kee sitti hime hennaa inni biyya kee sii badhise yoo foon nyaachuu barbaadde akka fedha keetiititti foon nyaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akkuma waadaa sii galetti, lafa teeti yennaa sii badhisu, ati foon dharraatee, «Ani foon fedha» yennaa jette, akkuma barbaaddetti foon nyaatuu hin dandeetta.