Deuteronomy 12:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a, d'iiga ch'alla insooratina; wonti akanatiifi jireenni d'iiga keesa jira, tanaafi jireenna sunifi fooni ka woliini jira insooratina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu lubbuun isaanii dhiiga keessa waan jirtuuf dhiiga isaanii akka hin nyaanne uf eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo dhiiga akka hin nyaanne hubadhu; dhiigi lubbuu waan te'eef, lubbuu foon woliin hin nyaatin.