Deuteronomy 12:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani seera kana guutani, AABBO Waaqi gammade, wonti ch'ufti isanifi ilmaani teesani tolti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti waan mishaa yoo gootu sii fi ijoollee tee ta si maayessaatiif wonti mishaan akka ta'u dhiiga isaanii hin nyaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ila Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e yennaa hujju, si'ii fi ijoollee si'iin duubaatiif akka toltu dhiiga hin nyaatin.