Deuteronomy 12:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan qulqullo ka baasu maltanifi waan isani, Imbaamna jettani kakhatani fuud'a, fulla AABBO Waaqi fohate geesa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan kee ka qulqullaayee woreega qabdellee qabadhuutii gara hulee Rabbi filatee dhaqi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan keeti ka woyyuu te'ee fi waan Mootii Waan Maraatiif kenniisaaf waadaa galte ammoo fudhadhuutii gara addee Mootiin Waan Maraa filante san dhaqi.