Deuteronomy 12:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fulla sorio AABBO Waaqaa irati baasaniti sorio gubani baasa. Ammalle d'iiga sorio fulla sorio irati baasani suniti jissa, ammo fooni isii nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa kee ka ciincawu foonii fi dhiiga isaa Rabbii Waaqa kee afo'otti hulee ciinca'aa irratti ciincessi; dhiiga waan ciincessituu san hulee ciinca'aa ka Rabbii Waaqaa keetii irratti jissi; foon isaa garuu nyaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa keeti ka gubamu foonii fi dhiiga addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa Waaqa keetii irratti dhikeessi. Dhiigi ciincaa keetii addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa Waaqa keetii cina'atti dhangalaafamuu ti; foon ammoo nyaatuu dandeetta.