Deuteronomy 12:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqi keesani gosa isani lafa iraa fud'attani, isaani duraa balleese isanileeni lafa ira fud'attani keesa teetani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa Rabbi Waandhi kee gara lafa ati itti galu'uuf deemtuu sanitti orma si afo'oo balleesse atillee hennaa lafa isaanii dhaaltee irra jiraatte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, lafa ati qabatiisaa dhaxxu irraa gosa biyya adda addaa si duraa ijjumaa hin balleessa; atille lafa isaan irraa fudhatte keessa yennaa qabutte,