Deuteronomy 12:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ufi eegad'a aka finna worra gula yaatani t'urura keesa inseenne. Ammalle gochiti tunini akami waaqa worraa kad'ati? — nuleeni sila akasi kad'achu feena injed'ina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaan haga si afo'oo badaniin maayessa isaan hordofu'uuf hin dhama'in; ormi kunniin attamitti waaqa tolfamaa ufii waaqeffatan? anillee akkasuma akkuma isaan godhan san godha jettee waan waaqa tolfamaa isaanii akka hin gaafanne uf eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan badaneen duuba, «Anille akkuma isaanii akka godhuuf, gosi biyya adda addaa tun attamiin waaqota ifiitiif tajaajilan?» jettee marroo waaqota isaanii iyyaafattee tiyyo'otti akka hin galle ifi eeggadhu.