Deuteronomy 12:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara worri waaqa ufiitini kad'atu, isani AABBO Waaqa keesani inkad'atiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii Waaqa keessan afo'otti hujii akkanaa kana hin hojjatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin karaa isaan waaqota ifii ka dharaa waaqonfatanuun, Mootii Waan Maraa Waaqa keessan hin waaqonfatina'a.