Deuteronomy 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa gosa teesani ch'ufa keesaa, AABBO Waaqi fulla toko, ta gumiini isa dura d'ufte isa kad'atu, fohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbi Waandhi keessan maqaa ufii achi jiraachisu'uuf gosa maraa keessaa gara hulee Rabbi filatee san dhuftan hulee bultii isaallee hin soqattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan gosa teessan mara keessaa, addee maqaan isaa akka itti waamamu, addee bultoo ifii godhatiisaafille inni filatu barbaada'aatii, achi dhaqa'a.