Deuteronomy 12:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani suni gahe, aka amma tolchitani kana tolchu himmalle. Haga ara isaniini ch'ufti waan feetani tolchitani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan nama maraa afo'otti mishaa fakkaatee mudhate waan nu adha asitti goonu maraa hin godhinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka nuuti adha nami martinuu akkuma itti fakkaatte godhu kana hin godhina'a;