Deuteronomy 13:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaani d'ai, ijeesi! Wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa kanke, ka lafa Misiri, fulla isani tisse iti taatani, keesaa isaani baase, iraa si gorsu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni sun Rabbiin Waaqa kee ka garbummaa biyya Misiriitii si baase irraa si fageessuu waan barbaadeef haga inni du'utti dhaga'aan isa dhayi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa Waaqa keeti ka lafa garbumma'aa biyya Gibxi'ii keessaa si baase irraa si fageessiisaaf waan wodhaaneef, dhaka'aan tumii isa ijjeesi.