Deuteronomy 13:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Israeli ch'ufti waan tahe d'agaye sodaate, nami tokoleeni deebie waan hamtu akana kana intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri Israa'elii maruu kana dhagayanii sodaatanii hujii badaa akkanaa kana deebi'anii isin keessatti hin hojjatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Israa'elii tana yoo dhageette hin sodaatti; odduu teessan nami waan hantuu akkasii deebi'ee huju hin jiraatu.