Deuteronomy 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja dira AABBO Waaqi keesani isani kennu keesa teetani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi kee qachaa keessa jiraachu'uuf itti galtu keessaa takka yoo sii kenne namoonni hammeeyyiin si keessaa ka'anii «Deemnee waaqolee tolfamaa kaawwan ka ati hin beenne haa waaqeffannuu jedhanii namoota qachaa keessaa dogoggorsan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isiniif kennu keessa yennaa leetanu, namooti hamooleen odduu teessanii ka'anee, waaqota isin ijjumaa hin beenne, «Kowa'a, dhandhee waaqota dhibii waaqonfanna» jedhanee kolbaa ifii dokonkorsanuun yoo dhageettane,