Deuteronomy 13:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo waan akasi fa d'ageetani, aka dansaa dubbi suni jabeesa qorqorad'a; yo d'uguma wonti hamtuni akasi sunini taate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduu jedhu yoo dhageette isaan soxxa, isaan qoratta, hin gaafatta, wonti kun yoo dhugaa ta'e, wonti badaan kun isin keessatti yoo dhugaa ta'ee argame
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
iyyaafadha'aa, qorqora'aatii, miidhassa'aa gaafadha. Wonni hantuun akkasii tun odduu teessanitti hujantee yoo jiraatte,