Deuteronomy 13:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama dira suni keesa jirufi looni worrale hobaasa, woma illakisina. Dira worrale ch'ufa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoota qachaa sanii guraadee qara qabuun isaan fixxa; qachattii, horii isii keessa jiru maraa guraadee qara qabuun balleessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra qachaa san keessa le'anu mara shallaaga'aan ijjeesi. Qachaa san kolba'aa fi horii isaa mara woliin ijjumaa balleessi.