Deuteronomy 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isani dubbi raaga sunitifi, ka nama waan oobju himu suni, inch'aqasina. AABBO Waaqi keesani nama akasi suniini isani laalata, aka isani AABBO Waaqa garaa tokofi onne tokooni jaalattani argu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan akka isin qalbii keessan guutu'uun isa jaalattan laalu'uuf waan isin qora'aaruuf jecha raatticha sanii yookaan nama eebjuu eebjotu san jalaa hin dhagayinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin raagicha san yookiin nama oojju'uun moru san hin dhage'ina'a. Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan, akka isin gadhaa keessan tokkochaa fi lubbuu teessan takkatti'iin isa jaalattanu haga isin ilaaliisatti jira.