Deuteronomy 13:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa sodaad'a, gula deema, dubbi isaa ch'aqasa, seera isaa guuta; isa hojad'a, biraa indeemina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa keessan duukaa deemaa'a; isa sodaadhaa'a; ajaja isaa eegaa'a; jecha isaa dhagayaa'a; isa waaqeffadhaa'a; isaan wolii galaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa keessan hordofa'a; isa sodaadha'a; ajajoota isaa eegadha'a; isaaf ajajama'a; isa tajaajila'a; isatti maxxana'a.