Deuteronomy 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri oboleesafi ilmaafi intalafi niiti atini jaalatufi jaali kanke jabaani si sobe, koota waaqa d'ibi kad'anna (ka isanifi ababooti teesani imbeenne) sini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilmi haatetii yookaan ilmi kee, yookaan mucattiin tee, haati manaa tee, goshoon kee, ka akka lubbuu keetiititti jaalattu dhossa'aan koottu daanga'aa haga daangaa lafaa deemnee waaqa tolfamaa dhiyoo jiranii fi fagoo jiran ka worri ormaa waaqeffatan, waaqa tolfamaa atii fi abboonni tee hin beenne waaqeffannaa jedhee yoo si sobe tole hin jedhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi keeti yookiin ilmi keeti yookiin intalti teeti yookiin niitiin teeti ta ati jaalattu yookiin jaalli keeti ka lubbu'uu, «Koy dhandhee waaqota dhibii waaqonfannaa» jedhee dhossa'aan si hawadatee, waaqota atii fi abbootiin teeti ijjumaa hin beenne, akka waaqonfattuuf,