Deuteronomy 13:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijeesi firfirsi d'akhaani d'ai, duuba nami d'ibileeni ha d'akhaani d'auti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ajjeesiin malee; isa ajjeesu'uuf dura ati isa dhayi; achiin maayessa baniin maruu isa haa dhayuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa adoo hin guurin isa ijjeesi! Ati matooma dhaka'aan isa tumi; achiin duuba kolbaan marti dhaka'aan isa tuntuu ti.