Deuteronomy 14:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ilmaani AABBO Waaqa keesaniti; tanaafi hojja nama due bootani, ufi imurina, yokhaani mata dura inhaadatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin ijoollee Rabbii Waaqa keessaniiti; ati banii woyyuu Rabbii Waaqa keetii waan taateef orma lafa irra jiraatu maraa irra banii isaa akka taatuuf Rabbi waan si filateef nama du'eef nafa keessan hin butatinaa'a; mataa keessanillee hin haadatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ijoollee Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii ti. Nama du'eef nafa keessan ifi hin mummurina'a; mataa keessanille hin haadatina'a.