Deuteronomy 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan bisaani keesa gala, ka qurt'umi intahini, inyaatina. Aka waan qulqullo intahiniti herega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan koolaa fi qola hin qabne hin nyaatinaa'a; battii waan ta'aniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dada bisaan keessa leetu ta koolaa fi quncee hin qanne mara hin nyaatina'a. Isaan isin biratti battii te'anuu ti.