Deuteronomy 14:2 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worra qulqullo ka AABBO Waaqa keesani; inni ya gosa ch'ufa ta lafa gubba jirtu keesaa isani fohate, gumi ufii isani tolfate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaa Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif woyyoontane waan teetaneef, inni qabeenna isaa ka addaa akka teetanuuf, kolbaa biyya lafaa irra jirtu mara keessaa isin filateera.