Deuteronomy 14:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa tokole ka ufiini due inyaatina, nama gosa d'ibi ka isani keesa godaanu kenna, ha nyaatuti, yokhaani nama d'ibi alalle iti gurgura. Ammo isani ka AABBO Waaqa keesaniti; gumi isaati. Ilmoole haad'a hootu na ind'aabiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati banii Rabbii Waaqa keetiif woyyoome waan taateef waan battaaye maraa hin nyaatin; nama sitti galee biyya kee keessa jiraatuu kennita; yookaan keessummaa keetitti gurguratta; foon ilmoo re'e'ee aannan haadha isaatiin hin affeelin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaa Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif woyyoontane waan teetaneef, waan ifiin du'e mara hin nyaatina'a; alagaan qachaa keessan keessa jiru akka nyaatu kenna'aaf yookiin ormaaf gurgura'a. Ilmee re'e'ee aanan haadha isi'iitiin hin iffeelina'a.