Deuteronomy 14:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa waan oobruuni teesani baaftu kud'ani keesa toko naa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qonna kee keessaa sanyii wogga wogga'aan argattu maraa keessaa kurneessoo baafta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan wogguma wogga'aan fichaa keeti keessaa galfattu mara irraa, harka kudhan keessaa tokko adda baasi.