Deuteronomy 14:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja karaani d'eerate, fullaani sunini isaani ira fago taate, qooda waan AABBO Waaqi isanii kenne sunini d'ufu dad'abdani, waan kana tolcha:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi Waandhi kee si eebbise karaanillee yoo fagoo ta'e huleen Rabbi Waandhi kee maqaa ufii itti waamsisu'uuf filate sun yoo si irraa fagaatellee kana baadhattee achi fiduu yoo dadhabde hin gurgurta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si eebbiseeruun kudhan keessaa tokko geessiisaaf, addeen Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka maqaan isaa itti waamamuuf filate, si irraa guddoo yoo fagaatte,