Deuteronomy 14:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda suni gurgura, beeseti deebisa, beese suni fud'ad'a, fulla AABBO Waaqi keesani fohate taani d'aqa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
horii itti gurgurte san guduunfitee harkatti qabattee gara hulee Rabbi Waandhi kee filatee san dhaxxa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kudhan keessaa tokko san gara beese'ee jijjiiriitii, beesee san qabadhuutii, gara addee Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka maqaan isaa itti waamamuuf filate san dhaqi.