Deuteronomy 14:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra gosa Lawi ka dira keesani keesa tau inded'ina; wonti akanatiifi worri qooda lafa tokole inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worra Leewwotaa ka gaye'ee fi lafa biyya keetitti hin qabnetti lash hin jedhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti qachaa keeti keessa le'anu, qooda yookiin lafa ifii waan hin qanneef isaan hin dedhin.