Deuteronomy 14:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ganni sadi hobae ch'ufa qooda mid'aani keesani ch'ufa gabaasa, dira keesani keesati olnaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa sadeesso'oo dhumatti midhaan qonna keessanii maraa irraayyuu kurneessoo baasa'aatii qachoota keessan marattuu wolitti kuusaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuma woggaa sadeesso'oo mara, midhaan woggaa sanii keessaa kudhan keessaa tokko fidiitii, qachoota keeti keessatti kuufadhu.