Deuteronomy 14:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagaleeni tunini ta worra gosa Lawiti wonti akanatiifi worri qooda lafa inqabu: ammalle sagaleeni suni ta keessumatifi ta hiyyeeyitifi ta nad'eeni d'iirsi ira due ta dira keesaani keesa teetuti. Worri ha d'ufe nyaate quufuti. Waan kana tolcha, duuba AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri Leewwotaa si biratti gaye'ee fi lafa waan hin qabneef worri hiyyeeyyiin sitti galee biyya kee keessa jiraatu haati hiyyeessaallee dhufanii nyaatanii haa quufanii; wonti kana gootuuf Rabbi Waandhi kee hujii harka keetii maraa sii haa eebbisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti hujii harka keetiitiin akka si eebbisuuf, Lewwooti qooda yookiin lafa ifii hin qannee fi alagaan, ijoolleen abba'aa fi haadha hin qannee fi haadhotiin hiyyeessaa ta qachoota keessan keessa le'anu dhufanee nyaatanee quufanuu ti.