Deuteronomy 14:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bineensa qeench'i kaarru qabuufi ka alala deefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horii keessaa wonti nyaattan ka kottee baqaqa'aa ka alala dhawu maraa hin nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hori'ii fi bineensa keessaa ka kotteen isaanii baqaqa qaddu, ka alalfatanu nyaadhu.