Deuteronomy 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo bineensa tokole inyaatina, ka qeench'i kaarru qabuufi ka alala deefatu male. Gaala, hillensafi bineensa d'ibi aka isaale inyaatina. Bineensa akasi suni aka waan qulqullo intahiniti herega; wonti akanatiifi bineensi kunini alala deefata, ammo qeench'i isaani kaarru inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worra alala dhayan yookaan ka kotteen isaanii baqaqa'aa wonti isin hin nyaanne kanniin; Gaala, Hilleettii, Osolee hin nyaattan alala hin dhayan; garuu kotteen isaanii baqaqaa waan hin taaneef kunniin isiniif batti'i;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hori'ii fi bineensota alalfatanu ka kotteen isaanii baqaqa hin qanne, gaala, hilleensaa fi osolee hin nyaatina'a.