Deuteronomy 14:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Booyye inyaatina, isiile aka waan qulqullo intahiniti herega; wonti akanatiifi qeench'i isii kaarru qaba, ammo alala indeefatu. Bineensa akana kana tokole inyaatina, yokhaani reefa isaanile intuqina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Booyyee kotteen isaa baqaqa qabaatullee waan alala hin dhoofneef isin biratti batti'i; foon isaa hin nyaatinaa'a; reeffa isaaniillee hin tuqinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Booyyeen kotteen isi'ii baqaqa yoo qabaattelle, waan hin alalfanneef, aadaa dhugeeffanna'aatiin isin biratti battii teetuu ti; hin nyaatina'a. Reeffa isi'iille hin tuqina'a.