Deuteronomy 14:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qurt'umi gosa ch'ufa ta bisaani keesa galtu nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Wonti laga keessa jiraatu ka isin nyaattan waan koolaa fi qola qabu nyaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dada bisaan keessa leetu mara keessaa ta koolaa fi solloqqee qaddu mara nyaadha'a.