Deuteronomy 15:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi male garaa tokooni isaa kenna, duuba AABBO Waaqi waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
San caalaa garaa hanqoo malee waan isa barbaachisu maraa arjumma'aan kenniif; yoo kana goote Rabbi Waandhi kee waan kee maraa sii eebbisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati yennaa isaaf kennitu gammadaan kenniif malee hin qucuucamin. Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti hujii teeti maraa fi waan harki keeti tuqe maraan si hin eebbisa.