Deuteronomy 15:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deega haguma jirani lafa teesani keesa ind'abani; tanaafi anini amma qarqaara wo kennaafi isaniini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoomillee hiyyeessinii fi rakkataan lafa irraa waan hin dhabamneef rakkattootaa fi hiyyeeyyii biyya kee keessa jiranii fi ollaa keetiif akka harka kee hiixattu si ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hiyyeeyyiin yoomille lafa irraa hin dhabamu. Tanaaf, ani obboleeyyan teeti Israa'elootaaf, worra hiyyeeyyi'ii fi worra rakkataa lafa teeti keessaatiif akka kennitu si ajaja.