Deuteronomy 15:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami gosa teesani ka Israeli, d'iira taanaani, uwale taanaani aka tisse isaniti ufi gurgure eegi inni ganna jaa isanii hojatte galakisa. Yo ganni torbeeso gahe galakisu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati obboleessa kee nama Ibrootaa yookaan dubartii Ibrootaa akka sii hojjataniif galfatte isaan haga woggaa jahaa sii haa hojjatanii; woggaa torbeesso'ootitti bilisa isaan baasi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Ibrootaa keessaa dhiirti yookiin dubartiin yoo sitti gurguramane, nami sitti gurgurame sun woggaa jaa si tajaajiluu ti; woggaa torbeesso'oo keessa nami sun si irraa bilisa bayuu ti.