Deuteronomy 15:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan AABBO Waaqi eebani isanii kenne keesa, ree taanaani, mid'aani taanaani, daad'i taanaani guddisa kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
harka qullaa isaan hin geegessin; horii kee keessaa, oobdii kee keessaa, cuunfaa woyini'ii kee keessaa isaanii kenni; haguma Rabbi Waandhi kee si eebbisetti isaa kennita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si eebbisetti hoole'ee fi re'ee teeti keessaa, midhaan eeddummee teeti keessaatii fi daadhii woyni'ii teeti irraa isaaf kenni.